BEEKSISA BARNOOTA GANNAA
🌟 Ijoollee Keessan Leenjii Gannaaf Nu Biraa Galmeessaa!
✴️ Star Tech Training Institute (Inistiitiyuutii Leenjii Star Tech) ✴️
🚀 Leenjiiwwan Gannaa Keenya
🔹 Leenjii Afaanii
🔹 Leenjii Bu'uuraa Koompitaraa
🔹 Leenjii AI (Artificial Intelligence)
🔹 Graafiksii Diizaayinii (Graphic Design)
🔹 Viidiyoo Gulaaluu (Video Editing)
🔹 Gabaa Dijitaalaa (Social Media Marketing)
🔹 Sagantaa Koompitaraa (Programming)
🔹 Weebsaayitii Misoomsuu (Website Development)
👨🏫 Leenjiiwwan keenya barsiisota muuxannoo guddaa qaban irraa ni kennamu.
👨🏫 Bakka mijataa fi naamusa gaariin leenjii ni argattu.
🎯 Kottaa, Baradhaa, Dandeettii Keessan Cimsadhaa!
🎁 Kennaa Addaa Isin Eeggata!
✅ Laaboraatoorii haala gaariin qophaa'e
✅ Qormaata onlaayinii irratti shaakaluuf carraa
✅ Leenjistoota gahumsaa fi muuxannoo qaban
📞 Galmaa'uuf Amma Bilbilaa:
📱 0910780208
📱 0931553044
📍 Teessoo: Magaalaa Shaashamannee, Gamoo Tsagayee, Foqii 3ffaa, Lakkoofsa Mana 301
3
1July 30, 2026 575 4