✍ Main Campus: magaalaa jimma keessatti argama. ✍ College of Business and Economics (BECO):magaalaa jimma keessatti argama. ✍ College Agriculture and veterinary medicine(JUCAVM) ✍Jimma Institute of technology ✍ Agaro Campus: KM 45 magaalaa jimma irraa fagaatee magaalaa Aggarro keessatti argama.
📳 Nyaata Kaaffee Nyaanni Foonii(Therefore) Torbanitti guyyaa 2 Kanarraa kan hafe homaa hin jedhu.
✳️ Lounge fi kaaffee dhuunfaa
Nyaata = 100 Buna = 15 Shayii = 10
⭐️Haala Qilleensaa
🚳Campus hundattuu guyyaa guyyaa xiqqoo ni hoo'a kanarraa kan hafe bareeda.
✳️Department
✍Marketing ✍Political science hin qabu
☑️ Iddoo bashannanaa
✍ Booyyee park
✍ Masaraa Abbaa jifaar
✍Buna ,Damma, Avocado, Mango fi muuziin gatiin bareedan argamu. ✍ Akka hanqinatti kaaffeen doormii irra xiqqoo fagoodha. Warri dhiirota rifeensa guddisuu hin danda'an.
Barattoota kutaa 12ffaatif share godhaa
@sikkoomedia
