Shaafii Muhammad Channel: post #4079 — TG.ME

Forwarded fromAWAware2Secure
Awarene2Secure #1

Did you know? Enabling Two-Step Verification is one of the easiest and most effective ways to secure your accounts. From Telegram and WhatsApp to Facebook, X (Twitter), TikTok, and Signal, this extra layer of protection can help keep your personal information safe from cybercriminals.

🔐 Beektuu?

Two-Step Verification (Mirkaneessa Sadarkaa Lammaffaa) hojii irra oolchuun karaalee salphaa fi bu'a qabeessa ta'an keessaa tokko kan ta'ee fi akkaawuntiiwwan keessan nageenya isaanii eeguuf kan gargaarudha.
Telegram, WhatsApp, Facebook, X (Twitter), TikTok fi Signal irraa kaasee, eegumsi dabalataa kun odeeffannoo dhuunfaa keessan yakkoota saayibarii fi namoota hayyama malee akkaawuntii keessan seenuuf yaalan irraa eeguu keessatti gargaara.

🔐 ያውቃሉ?

ሁለት-ደረጃ ማረጋገጫ (Two-Step Verification) የመለያዎችዎን ደህንነት ለመጠበቅ በጣም ቀላልና ውጤታማ ከሆኑ መንገዶች አንዱ ነው። ከTelegram እና WhatsApp እስከ Facebook፣ X (Twitter)፣ TikTok እና Signal ድረስ ይህ ተጨማሪ የጥበቃ ደረጃ የግል መረጃዎትን ከሳይበር ወንጀለኞች እና ያልተፈቀደ የመለያ ግቤት ሙከራዎች ለመጠበቅ ይረዳል።

What we need to on? Two things ..
Maal nu barbaachisa? Waa lama...
ምን ያስፈልገናል ? ሁለት ነገር ...


🔜 To be continued... Stay tuned for Part 2, where we'll explore how to enable Two-Step Verification on your favorite apps and avoid common security mistakes.

🔜 Itti Fufa... Kutaa 2 keessatti akkaataa Two-Step Verification appoota irratti hojii irra oolchuu fi dogoggoraalee nageenyaa yeroo baay'ee raawwataman irraa of eeggachuu irratti ni mari'anna. 🛡️🔐

🔜 ይቀጥላል... በሚቀጥለው ክፍል (ክፍል 2) ላይ ሁለት-ደረጃ ማረጋገጫን በተለያዩ መተግበሪያዎች ላይ እንዴት ማስነሳት እንደሚቻል እና ከተለመዱ የደህንነት ስህተቶች እንዴት መጠንቀቅ እንደሚገባ እንመለከታለን።

https://t.me/Aware2Secure
Telegram
Aware2Secure
Awareness for Cyber Security, Risk and Compliance! Discussion Group ✍️ https://t.me/Aware2Secure1
❤18