Forwarded fromHAHADIISA📚Namni hojii badduu osoo badduu ta'uu beekuu hojjete waa badee waa hoongaa'ee. Kan nama akkanaatirra hoongaa'aa fii halaakamaan; nama hojii badduu isaa san gaarii se'ee hojjetuudha.أَفَمَنْ زُيِّنَ لَهُ سُوءُ عَمَلِهِ فَرَآهُ حَسَنًاRabi'al Awwal 9,1448Ht.me/shaafiimuhammad99/4067653August 21, 2026 3.8K 9