Mallattoo laafina qalbii mu'minaa keessaa tokko dogoggoraa fii mucuca… — Shaafii Muhammad Channel — TG.ME

Mallattoo laafina qalbii mu'minaa keessaa tokko dogoggoraa fii mucuca obboleessa isaa mu'minaa irraa argamteef akka waan inni mucucaateetti rifatee laalatee dhukkubsata. Inni mucucaachuu fii dogongoruutti gonkumaa hin gammadu.»


"من دلائل رقة قلب المؤمن؛
أن يتوجع لعثرة أخيه المؤمن إذا عثر، حتى كأنه هو الذي عثر بها، ولا يشمت به".

✍️ الإمام ابن القيم -رحمه الله
📚 "مدارج السالكين" (١ /٤٣٦)


|•. Gaaffiin jabduun:- Nuti haalli keenya dogoggora obboleewwan keneyaa wajjiin akkami laata?.

Rabi'al Awwal 3,1448H
👍65❤35🥰3
August 15, 2026 5.1K 5