Kiristiyaanoo Roonaaldoo barri dorgommii kun bara Kubbaa Miillaa isaa… — Qubee TV — TG.ME

Kiristiyaanoo Roonaaldoo barri dorgommii kun bara Kubbaa Miillaa isaa kan dhumaa ta'uu akka danda'u beeksise

Urjiin Poorchugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoo barri dorgommii kun jireenya kubbaa miillaa isaa keessatti kan dhumaa ta'uu akka danda'u beeksise.

Roonaaldoon dhimma kana irratti yaada keennineen, "Kun jireenya kubbaa miillaa koo keessatti waggaa koo isa dhumaa ta'uuf carraa guddaa qaba... seenaa dinqisiisaa dhiisee darbuun fedha. Imala koo isa fuulduraas ammumaan karoorfadheera" jedhe.

Kiristiyaanoo Roonaaldoon dhiheenya kana addunyaa kubbaa miillaa irraa akka geggeeffamu mirkaneessuu isaa ‘Magaazina Vogue’f yaada kennuu isaa kan gabaase Faabriiziyoo Romaanoo gabaase.
❤4💔2
August 16, 2026 1.9K