Atileet Yoomif Qajeelchaa fiigicha walakkaa Maraatoonii Arjeentinaa Boonoosaayirasitti dorgomameen daqiiqaa 56:51'n xumuruun riikardii addunyaa haaraa galmeessuun injifate.
August 23, 2026 2.4K 2