
#Afaan_Oromoo Afaan hojii Federaalaa akka ta’uuf Qeerroofi Qarree hedduun aarsaa hedduu kaffalaniiru, Gaaffiifi dhibdee sabaafi sablammii biyyatti hiikuuf marii biyyaalessaa guyyoota 40'n darbaniif geggeeffameenis Afaan Oromoo Afaan hojii mootummaa federaalaa ta’uu irratti mari’atoonni waliif galaniiru.
3
2
1August 22, 2026 2.1K 1