#AAU #GAT Qormaata Seensaa Sagantaa Digrii Lammaffaa (GAT) Yunivarsiitii Finfinnee fudhachuuf amma galmaa'aa! Yeroon iyyannoo GAT xumuramu: Hagayya 05/2018 A.L.I Akkaataa itti galmaa'an: ➫ Marsariitii https://portal.aau.edu.et seenaa. ➫ "Online Exams" jedhu cuqaasaa. ➫ Kutaa "Quick Links" jalatti "Apply for GAT" jedhu filadhaa. ➫ Unka "Test Taker Registration" guutaa. ➫ Suuraa paaspoortii gatii qabdu olkaa'aa. ➫ "Submit" jedhu cuqaasaa. ➫ Lakkoofsa eenyummaa (ID) sirni isiniif kennu qabadhaa. ➫ Kaffaltii galmee Telebirr fayyadamuun raawwadhaa. ➫ Tikeetii admishinii keessan buufatanii maxxansaa. Akka sagantaa Yunivarsiitichaatti, qormaanni GAT marsaa lama keessatti kennama: 📅 Adooleessa 20–24/2018 A.L.I 📅 Hagayya 07–08/2018 A.L.I https://t.me/QUBEEMEDIA1
AAU #GAT Qormaata Seensaa Sagantaa Digrii Lammaffaa (GAT)… — QUBEEMEDIA — TG.ME
July 13, 2026 219