Lammiilee qoricha sammuu hadoochu daddabarsan du'aan adabuun kan beekamtu Sa'udi Arabiyaatti baatii Hagayyaa keessa qofa yoo xiqqaate lammiilee Itoophiyaa 60 Jimaa dabalatee qorichoota sammuu hadoochan garaagaraa daddabarsuun shakkaaman to'achuu gabaasaaleen agarsiisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/b3hOtua

BBC News Afaan Oromoo
Sa'udiitti Hagayya keessa lammiileen Itoophiyaa 60 ta'an qoricha sammuu hadoochu waliin to'ataman
Lammiilee qoricha sammuu hadoochu daddabarsan du'aan adabuun kan beekamtu Sa'udi Arabiyaatti baatii Hagayyaa keessa qofa yoo xiqqaate lammiilee Itoophiyaa 60 Jimaa dabalatee qorichoota sammuu hadoochan garaagaraa daddabarsuun shakkaaman to'achuu gabaasaaleen…
August 27, 2026 753 1