@obsaadam · 2.7K subscribers
Humna fi beekumsan qanun lammi ko nan barsiisa
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/obsaadamIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created June 30, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
[media, no text]
Hunda caalaa of hin sobin. Namoonni of sobanii fi soba ofii amanan dhugaa keessa isaaniis ta'e naannoo isaanii jiru adda baasuu waan hin dandeenyeef waan ga'aniif kabaja ofiifis ta'e namoota biroof qaban dhabu. Nama kamiyyuu ykn waanuma fedhe kabajuu yeroo dhiisan jaalala ni dhiisu. (Fyod…
[media, no text]
[media, no text]
[media, no text]
Ergaa 🔻 🕖"Yeroo keetti qoosaa jirta yoo ta'e yeroonis sitti qoosuuf jira!" ▬▬▬▬▬▬▬▬ ✨ Namoonni utuu karoora baay'ee qabanii, Abjuu baay'ee qabanii akka tasaan karaatti hafan baay'eedha. Namoonni kun guyyaa boruu utuma abju'atanuu guyyaa har'aa kana dhaban. Ofii kee ilaali Uumaan yeroo kana guutumma…
Jireenya kee yoomiyu taanan ofi keef jiradhu kan nama hin ilaalini