Freedom Welcome back in #Ethiopia 🇪🇹 🏆 •Obbaleessi keenya #Freedom… — MUBE TECH 1💎 — TG.ME

#Freedom Welcome back in #Ethiopia 🇪🇹 🏆

•Obbaleessi keenya #Freedom (Falmataa Abdosh ) Nagayaan gara biyya sa Itoophiyaa galee jira.

•Tik #Africa Challenge irratti Akka Africati Sadarkaa 2ffaa bahuun biyya teenya 🇪🇹 maqaa yaamsise Injifannoo guddaan galee jira. #Congratulations bro.
👍4
September 6, 2026 107