Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana… — Misgaanuu Yaadasaa — TG.ME

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

http://bit.ly/47MWcv1
http://bit.ly/47MWcv1
❤1
August 25, 2026 73