@EphremDiriba · 4.4K subscribers
📖 Barumsa Macaafa Qulqulluu 🎧 Faarfannaa ✒️ Walaloo fi Ergaa Gabaabaa 🎬 Viidiyoo & Fiilmiiwwan Amantii 📢 @EphremDiriba 💬 @EphremDiribaChat 🏠 https://t.me/EphremDiriba/2287 🔏 t.me/EphremDiriba?direct YouTube.com/@EphremDiriba
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/EphremDiribaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created August 7, 2019per Telegram
We have been tracking it since July 17, 2026
We show only what we have seen ourselves.
August 15, 2026
August 2, 2026
5 advertisers placed 10 creatives in this channel · est. CPM $1–5.
Haala Nageenya Biyya Keenyaa Ilaalchisee Akka Kirstaanaatti Maal Gochuu Qabna? https://youtu.be/gTtTY590npY?si=IazSOYUZJrjW3t0p
Sami Be Fiqaadu: macaafni weedduu maal ibsaa? Deebii: Kitaaba "Weedduu Weeddotaa ykn Weedduu Weedduu Caalu" kan barreesse mooticha Solomoon akka ta'e beekamaadha. Inni kitaabota 3 nuuf barreesseera. Bara dargaggummaa isaa kitaaba "Weedduu" bara ga'eessummaa isaa kitaaba "Fakkeenyaa" bara dulluma is…
Worku Dereje: Gafii qabaa anii macafaa maatwosii 10:34 Deebii: Maatewos 10:34 Yesus ammoo, “Biyya lafaa irratti nagaa fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne.” Macaafni Qulqulluu Yesuus abbaa nagaa ta'uu isaa dubbata. Yesuus iyyuu…
Kumera Alemayohu: Efe. 2 ⁴ Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan jaallate. ⁵ Nuyi irra-daddarbaa keenyaan karaa hafuuraa du'oo taanee utuma jirruu, inni warra Kristosii wajjin jiraatan nu godhate; isin ayyaana Waaqayyootiin fayyifamtan. Gaaffii:- garaagarummaan…
Waaqayyoon Sodaachuu #3 Waaqayyoon Sodaachuun isaaf gadi jedhanii ulfina kennuu duwwaa utuu hin ta'iin ofiif iyyuu bu'aa gurguddaa argachuudha. Namni Waaqayyoon sodaachuu isaatiin bu'aa akkamii argachuu danda'a? Namoonni Macaafa Qulqulluu keessatti Waaqayyoon sodaatanii darban maal buufatan? Mee vi…