Abbaan Kee Ni Jira ? ✅ Abbaa jechuun.... Egaa Rabbii Ol' Aaneeti… — MADDA BEEKUMSAA — TG.ME

🌍Abbaan Kee Ni Jira ?

Abbaa jechuun....
Egaa Rabbii Ol' Aaneeti Irkoodha.🌹🤌

Abbaa jechuun...
Ega Rabbiiti Abdiidha.🌹🤌

Abbaan kiyya Ni Jira Jechuun
Nama Tokko Kan....Jireenya kana Keessatti  Itti Irkatee Jiraatu Ni Qabda Jechuudha🌹🤌

Abbaan kee Sun 🌞 💐

Yoo dhukubsatas tahe,
Yoo fayyaas tahe,
Yoo Dheeraas tahe,
Yoo gabaabas tahe,
Yoo bareedaas tahe,
Yoo fokkotaas tahe,
Namuma akka fedheetu haa tahu.

Abbaan kiyya Ni Jira Jechuun Jiruu tana keessati Abdii Guddoodha
.🌹🤌

📝 Rabbiin Abbaa keessaan Umrii isiniif haa Dheereesu 🤲🤲
👍6😘4❤2
June 19, 2026 4.7K 7 10