1. Wadda"atte rafuu..
2. Raka"a lama salaatu...
3. Salaata witrii salaatu..
4. Firaasha kee oggu sadi (3) bismallaah jechaa irraa haxaawu...
5.zikrii hirriba jachuu..
6.salaatu subhiitif ka"u niyyachuu..
7.hirriba kee niyyaa ibaadarratti jabaachutin rafuu..
8.yeroo raftu haala nama takkatti hamtuu fi histii hin yaanneen rafuu...
" Nama rabbiin irratti laaffiserratti laaftuudha ,yoo dalaguu dadhabde rabbiin akka si dandeeysisu kadhadhu..."
* hundinuu hadiisa rasularraa fudhatame. *
sʜᴇᴇʀ🔻sʜᴇᴇʀ
https://t.me/maada_beekumsaa



