LAMI TECH1 ♻️: post #790 — TG.ME

#Mataa dureen ala #Breaking #Kutaa_8ffaa #BBO Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2017 ifoomeera. Barattoonni bu'aa qormaata keessanii ilaaluuf link armaan gadii tuquun website irraa ilaalaa; https://oromia.ministry.et/#/result Akkasumas gama Telegram bot dhaan ilaaluuf Bot armaan gadii fayyadamaa! @MinistryResultQMTBOT Baraatonni fi Maatiin barattoota carraa Gaarii isiniif hawwinaa admin oro arsenal irraa

July 17, 2025 288