- قالَ الحسن البصري رَحمهُ الله ؛
• العمَل بِالحسَنة ؛
١ ) - نورٌ في القلبِ
٢ ) - وقوةٌ في البَدَن
• والعمَل بالسَّيئة ؛
١ ) - ظُلمَةٌ في القلبِ
٢ ) - ووَهنٌ في البَدَن
- التوبة لـ ابن أبي الدنيا ص: ١٤١ |
-🍁🌸
Hasan Al-Basriin (Rabiin isaaniif haa araaramuu) akkana jedhan:
• Hoojii Gaarii (Hojjechuun):
ifa onneeti (Onnee ibsa)
humna qaamaati (Qaama cimsa)
• Dilli/Yakkiykn Hoojii Badaa (Hojjechuun):
Onnee keessatti dukkana (Onnee dukkaneessa)
Qaama keessatti dadhabinaa fi laafina (Qaama laaffisa)
📚 Madda: Kitaaba "At-Tawbah" kan Ibn Abii Ad-Dunyaa (Fuula: 141) 🍁🌸
https://t.me/keyralumma
Telegram
🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB👇 like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot

5July 31, 2026 1K