Qol. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹² Abbaa keenya isa ifa waaqa irraatti qooda warra isaaf qullaa'anii keessaa hirmaachuu isin dandeessiseef galata dhi'eessaa.
¹³ Inni aboo dukkaanaa jalaa nu baasee, gara mootummaa ilma isaa isa jaallatamaatti nu dabarse.
Ayyani sinif habayyatu jecha sagantan kenya sababi boqonadhaaf addan cite ture guya wixata ( 24/6/2017 ) sa'aa 10 irratti kan egalu akka tae sin beksisna.
FOCUS FOR SUCCESS
March 2, 2025 129