Nagaan waqayyoo hunda kenyaf habayyatu jecha
Halonni mijachu didnnan wan wal jala bannef dhifamaa gudda isin gafachaa yero murasa boda kan sagantadhan walitti debinuu ta'aa, hamma sanati beksisii manni barumsaa basee kana dubbisun kananen sin ilalatu yeron dema wan jiruf demtani akka galmoftaan isin beksisnnaa.

October 4, 2025 121