Nagaanif araari Waaqayyoo abbaa Goftaa kenyaa Yesus kiristos hundummaa keessanif ha bayaatu. Matii Focus New Generation kan tataan sagantaa Waaqeffaannaa bara kana bifa qinda'aaf bareedadhan akkaani geggeefamuf haalota siraachuf mijachuu qabaan siressaa wan jiruuf sagantaa jalqabuun tura jira. Nu ofkalchaa jechaa kadhaanadhan ciminaan wal yaadacha yo Waaqayyoo jedhee haala qindaataa ta'ee kan isiin beeksifnuu ta'aa.
November 8, 2025 88