Namootaaf bakka guddaa yeroo kennitu akka ati yeroo hunda bilisa… — Jechaaf — TG.ME

Namootaaf bakka guddaa yeroo kennitu akka ati yeroo hunda bilisa taateefi akka waan hojjettu ati hin qabnee itti fakkaata, garuu yeroo hundumaa akka isaaniif bilisa of gootu isaan sin hubatani !!!
🤔7👍3
July 5, 2024 1.4K 3