Eenyu akka najaallatu fi eenyu akka na jibbu yaaduufi itti dhiphadhu… — Jechaaf — TG.ME

✓Eenyu akka najaallatu fi eenyu akka na jibbu yaaduufi itti dhiphadhu yeroon isaa darbeera.🖐️
✓Wantoota biraa na barbaachisan bayyeetu jira.🙅
✓Kan najaallatu nan jaalladha🥰
✓Kan nadeeggaru nan deeggara🫡
✓Yoo najibbites dhimma itti hin qabu🫤
✓Si malee jireenyi itti fufa😎
✓Nama hin jibbu garuu,akka waanin argeyyuu hin beekneetti dhiisuuf mirga guutuun qaba💪

@jechaaf..✍️
👍6❤3👏3👌1
August 13, 2024 1.6K 1