Anas bin Maalik irraahi Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam… — Jaafar Bayaan — TG.ME

Anas bin Maalik irraahi Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam: “Beekkumsa barbaaduun Muslima hundarratti dirqama” ja’an.

Haa barannu!
👍21
September 2, 2026 1.1K 2