Ilmi namaa waliif galuu dandaha baaxilarratti. Rabbiin ol tahe… — Jaafar Bayaan — TG.ME

Ilmi namaa waliif galuu dandaha baaxilarratti. Rabbiin ol tahe heddumina mallattoo qajeelummaa godhee hin himne. Rabbiin ol tahe akki ja'u: ﴿ أَكثَرُهُم لا يُؤمِنونَ﴾ [Al-Baqarah: 100] Irra hedduun isaanii hin amanan. ﴿وَلكِنَّ أَكثَرَ النّاسِ لا يَشكُرونَ﴾ [Al-Baqarah: 243] Garuu irra hedduun …

October 6, 2026 321 2