✍️ Post kankee; suuraadhan kankee; text fi xalayaadhan kankee; haasaa fi barreeffama kankee…akkasuma sagalee yaamicha bilbila kee irra deddeebi’ii toohdhu mee….!?
Wanti hunduu si ilaallata…wanti hunduu jireenya kankee kan boruun wal qabata….!!
Ergasii jecha hayyuu keenyaa Imam Ashaxibii xiinxlli…;
« Nama erga inni du’ee badiin isaa isuma wajjiin duuteef jannatatu jira…Azaabni dheeraan nama erga inni du’ee, badiin isaaa isa booda waggaa 100 ykn 200 turuudha…isimaan qabrii keessattis qixaatama…hanga isiin asirraa baddutti irraa gaafatama….»
"طوبى لمن مات وماتت معه ذنوبه، والويل الطويل لمن يموت وتبقى ذنوبه مائة سنة ومائتي سنة، يعذب بها في قبره ويُسأل عنها إلى انقراضها.
Keessattuu warri Facebook; TikTok fi YouTube qabdan…warroonni Chanala adda addaa qabdan dhaamsi kun keessatti isin ilaallata……galatoomaa
Share👇🏻
https://t.me/gorfami999
Telegram
Namummaa Qofaan
Channel @gorfami999 🥀9⃣9⃣9⃣🥀
Linkiiin Telegraamaa kuni,👇
https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha!
Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram channel:
Namummaa Qofaan

2
1September 1, 2024 697 5