BEEKSISA Barattoonni leenjii yeroo gabaabaa ogummaa barsiisummaa… — Harmee JobsNews — TG.ME

BEEKSISA

Barattoonni  leenjii  yeroo gabaabaa ogummaa barsiisummaa Bu’uura Boruu dorgomtanii dabruun leenjii marsaa 2ffaa  YNO Kaampaasii Cirootti  ramadamtan hundi guyyaan galmee Fulbaana  4 ,bara 2019  yoo  ta’uu guyyaan leenjiin itti jalqabu  Fulbaana 5,14/2018   beektanii:

Waraqaa eenyummaa (Fayda);
Ragaalee barnootaa kutaa 8ffaa, 12ffaa fi tiraanskiriptii 9-12 , suura 2 ;
Uffata halkanii, ansoolaa, huccuu boraatii fi kkf qabattanii guyyaa jedhametti Mooraa  Kaampaasichaatti akka argamtan  isin beeksisna,
September 3, 2026 961 2