BEEKSISA Barattoonni leenjii yeroo gabaabaa ogummaa barsiisummaa Bu’uura Boruu dorgomtanii dabruun leenjii marsaa 2ffaa YNO Kaampaasii Cirootti ramadamtan hundi guyyaan galmee Fulbaana 4 ,bara 2019 yoo ta’uu guyyaan leenjiin itti jalqabu Fulbaana 5,14/2018 beektanii: ✔Waraqaa eenyummaa (Fayda); ✔Ragaalee barnootaa kutaa 8ffaa, 12ffaa fi tiraanskiriptii 9-12 , suura 2 ; ✔ Uffata halkanii, ansoolaa, huccuu boraatii fi kkf qabattanii guyyaa jedhametti Mooraa Kaampaasichaatti akka argamtan isin beeksisna,
1September 3, 2026 1.2K 1



