Barsiisota Jijjiirraa Gaafattan Hundaaf ---------- BBO - 28/12/2018… — Harmee JobsNews — TG.ME

Barsiisota Jijjiirraa Gaafattan Hundaaf
----------
BBO - 28/12/2018 Guyyaa jijjiirraan itti ibsamu Roobii galgala jennee ture sababa ragaa qulqulleeffachuufi mirkaneessuu walqabateen harcaatiin waan uumameef beellama kabajuu dhabuu keenyaaf #Dhiifama_Gaafachaa, Boru #Jimaata_29/12/2018 Galgala Sa'aatii 12:00 irraa eegalee kan gadi dhiifamu ta'uu ibsaa, ammas. obsaan akka nu eegdan gaafannaa jedhu
❤4
September 3, 2026 2K 1