Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame! -------- BBO - Hagayya 29/2018… — Harmee JobsNews — TG.ME

Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame!
--------
BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera.
Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu.


#Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a
BBO
https://www.tmis.oeb.gov.et
❤6
September 4, 2026 1K 1 6