Geda information promotion 🛜: post #324 — TG.ME

#Beeksisa_Qacarrii Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Bulchiinsa Magaalichaa keessatti argaman irratti barsiisota hedduu dorgomsiisee Qacaruu barbaada. ✍️ Galmeen Guyyoota kudhan keessaatti karaa online ta'a ✍️ Muuxannoon 0 fi isaa ol Kanaaf Barsiisonni keenya Magaalaa Finfinnee galuu barbaaddanii fi Ulaagaa jedhame guuttaan galmaa'uu dandeessu. #Linkii armaan gadii kanaan galmaa'uu dandeessu መመዝገቢያ ሊንኮች 👇👇 1. Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa irratti galmaa'uudhaaf ለ2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች 👇👇 https://docs.google.com/forms/d/1RRFzFMb2HEoCyRp_ye5E-joooyGYzpAMfEvFBQdbJJs/edit 2. ከቅድመ አንደኛ ደረጃ እስከ 8ኛ ክፍል ላሉ ትምህርት ቤቶች https://docs.google.com/forms/d/1exSs8OJs3UzYpyzcqQ8e13-JiczbyGR1ohmYFpdHJOY/edit 3. Barnoota Sadarkaa 1ffaan duraa hanga kutaa 8ffaa isa jala jiraniif Bara Barnootaa 👇👇 https://docs.google.com/forms/d/1UXIAIH736rY4YoENoRNSmNsYkZsOJFrh6o7-G3qz53E/edit Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌: MegersaM.Ayano follow gochuun maatii ta'aa! #Share_Waliif_gochuun_hiriyoota keessaan biraan gahaa

❤3
July 28, 2026 355 13
#Beeksisa_Qacarrii Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee… — Geda information promotion 🛜 — TG.ME