@ShCTE · 11.6K subscribers
We teach the generation!
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/ShCTEIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created November 27, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 25, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Ramaddiin Leenjii Marsaa 2ffaa fuulduratti kan ibsamu tahuu hubattanii akkuma adda baheen fuula telegiraamii kanarratti kan beeksisnu waan taheef obsaan nu eegaa! YNO Kaampaasii Shaambuu Irraa
Ramaddii Leenjii Gabaabaa Marsaa 1ffaa MBBA Amboo Hubachiisa: 1. Guyyaan mooraa MBBA galtan: 13/12/2018 2. Leenjiin kan eegalu: 14/12/2018 3. Suuraa 3cmx4cm lama qabachuu 4. Yommuu deemtan ragaa barnootaa keessanii(kutaa 8ffaa, tiraaniskir…
[media, no text]
Dorgomtoota Qorumsa Seensaatiif Darban(Kaampaasii Shaambuu)
Guyyaa 04/12/2018 BEEKSISA Dorgomtoota Leenjii Gabaabaa Bu'uura Boruutiif Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Kaampaasii Shaambuutti Galmooftan Hundaaf: Dhimmi isaa: Jijjiirama Guyyaa Qormaata Barreeffamaa Ilaallata. Dorgomtoonni Leenjii Gabaabaa Bu'uura Boruutiif galmooftan, guyyaan…