Geda information promotion ๐Ÿ›œ: post #298 โ€” TG.ME

Beeksisa Qacarrii Barsiisota BED (Bachelor of Education), Appilaayidii, Barnoota Gochaa fi Hojii Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaatiif: Eebbifamtootni Digirii Bachelor of Education, Appilaayid, Barnoota Gochaa fi Hojii Gosa Barnootaa Barbaadamuun Digirii jalqabaatiin Yunivarsitii Mootummaa irraa bara 2015 hanga 2017tti kan eebbifamtanii fi qormaata bahiinsaa (exit exam) milkaa'inaan kan dabartan beeksifni Sadarkaa Aanotaa fi Bulchiinsa Magaalotaa keenyaatti akka bahu taasifnee waan jirruuf Aanaa ykn bulchiinsa magaalaa keessa jirtanitti dhiyaattanii beeksisa maxxanfame ilaaluun akka galmooftan isin beeksifna. Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐‘ญ๐’‚๐’„๐’†๐’ƒ๐’๐’๐’Œ:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐‘ป๐’†๐’๐’†๐’ˆ๐’“๐’‚๐’‚๐’Ž๐’‚: https://t.me/barsiisotaaf

FacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.
September 10, 2025 2.2K