Isin biraa akkam ture?
akka isin itti eebbifamtaniifi irraa buufattan ni amanna.
👉Akkasuma, karaa addaa addaa warri hirmaattan Ayyaanni Gooftaa keenyaa Yesuus kiristoos isiniif ha baay'atu Eebbifamaa 🙌
⚡️
Waaqayyo inni nagaa namaaf kennu guutummaatti ofii isaatiif isin haa qulqulleessu; yeroo dhufa gooftaa keenyaa Yesus Kristosittis hafuura keessan, lubbuu keessan, foon keessanis fayyaatti mudaa akka hin godhannettis haa eegu!
1Tasaloniiqee 5:23🫡
#HALKAN_GAARII
#EEBBIFAMAA
#SIN_JAALLANNA
#AASTU_FOCUS_FELLOWSHIP
Telegram | Instagram | Tiktok | Facebook | aastufocusweb






