@fromiorto · 11.6K subscribers
Faaru Afaan Oromoo Kan Ortoodoksi Tewaahido Yeedaloo miidhagaa walaloosaa waliin argachuuf linki kana(@fromiorto) Kara youtube keenyaas https://youtube.com/channel/UCAoBPe5iNOpqkdzZnSdzdTQ argachuu dandeessu #follow godha Yaada qabdaniif @Fromiorto_bot
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/fromiortoIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created November 26, 2019per Telegram
We have been tracking it since July 21, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 8ffaa fi 6ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉 Warri ammallee hin ilaallatin jirtan ADD kan jedhu tuquun Registration keessan galchitanii ilaallachuu dandeessuu!! 👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
An amma iyyuu in dhufta jedheen qara ilaalaa jira.[Luqa 15:-20]. Bakka kee duraatti deebi'i, jaalala anaaf qabdu duriis itti fufi , biyyi lafaa si marartee narraa adda hin ba'in wanta darbuun hin goyyomfamin[1Yoh 2:-15--17]. Kanaaf ati maal irraa akka kufte yaadadhu. Qalbii jijjiirradhuutii hojii…
Jaalala kee Isa duraa!💞 👉 Dubbisi! "Jaalala kee isa jalqabaa waan dhiisteef waanan sirratti jibbun qaba" [Mul 2:-4]. ✍️Abbaan kee uumaan kee inni siif du'e , inni siif yaadu akkas siin jedha:- "Jaalala kee isa jalqabaa waan dhiisteef waanan sirratti jibbun qaba, Ni yaadattaa dur yeroo daa'imummaa…