@faruuHaara · 22.9K subscribers
✔️ Channel keenya kana keessatti: 👇 ➪ Faaruuwwan Ortodoksii Tewaahidoo ➪ Barumsa wangeelaa bifa sagalee fi barreeffamaan, ➪ Akkasumas link garaagaraa, kitaabolee pdf dhaan argattu! Faaruu keessan beeksifachuuf: @Biree29
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/faruuHaaraIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created July 19, 2021per Telegram
We have been tracking it since August 9, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
caaraa nama tokko qofaa Beksisaa dubbissa link 👇 https://t.me/faruuHaara/4810
Daraareeraa Daraareeraa abaaboon birraa *2 Gooftaan jaalala isaan nu eegee harraan nu ga'eeraa *2 Nuuf roobee ayyaannisaa tiksee nuuf ta'eeraa * Jaalala isaan araara isaan kan harraan nu ga'ee Ganna dukkanichaa dabarsee isa ifa nuuf ta'ee Haa faarfatuu haa ililchuuf hundumtuu wal ga'ee *2 Bara dar…
[media, no text]
Dhufneerraa Waggaanii Akkam Turtanii Taaborii Nu Geesse Baga Geessannii Taabor Jedhaa /2/ Hoooo Kiristaanonnii Hoooo Galateeffadhaa Hoooo Ilma Namaatiin Maal jedhu Namoonni Yeroo Isaa Waamanii Mee Maal Dubbatanii Kan Muuse Siin Jedhuu Eliyaasiis Jedhuu Raajota Keessaallee Tokkoodha …
#Tokkoo_si'ifi Tokkoo si'ifi tokkommoo museefii Eliyaasifis tokkoo nan ijaaraa bultookee(2) Armoon ni gaammadee uumaasaa arguunii Taabor ni golgamee ifa guddaadhaani Isaan ni ililchan ulfinaa maqaa isaaf Gammachuun faarfatan gooftaa guddaadhaafi Pheexroos yohaannisiif yaa'iqoobini …
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Abubissu bubeen Ring Mani qaaluu share like 👇👇Join godhaa 👇👇👇 ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @FaruuHaara @Ortho_Ring ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯ Like 🥰👍
Abubissu bubeen 👇👇👇 Yeedaloo isa ni barbaadu (Sursagalee isa) Haa bubbisuu bubbeen Yoomuu infaarfatamti durbeen Sobaaf gurrako inergisuu Si faarfachuu eenyuree kan na dangeessuu Haadhaaf ilma adda baaftaa Garaa jette of dhamaaftaa Ilmi haadha malee argamaree Dubbii Kun inyaadamaree…
[media, no text]
Kunoo
Akka arjummaa keetti maaloo na fayyisi (x2) Akka Araaraa keetti dhiifama naaf godhi Dhiifama naaf kenni Cubbuu narraa dhiqi yakkaa koo baayyeerraas Badii koo hundarraas Cubbuu hamtuu sanaaf bitamaa akkan taane (x2) Anis balleessaa koo badii koos nan beekaa Badii koo yeroon beeku Gonka kan fayyisu …
Abuubbisu_Buubbeen__F_taa_D_n_Tolinaa_Immiruu_ faruu Haaraa Gutuusaaf Like shear godhaa 👇👇Join godhaa 👇👇👇 ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @FaruuHaara @Ortho_Ring ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯ Like 🥰👍
Akka arjummaa keetti maaloo na fayyisi (x2) Akka Araaraa keetti dhiifama naaf godhi Dhiifama naaf kenni Cubbuu narraa dhiqi yakkaa koo baayyeerraas Badii koo hundarraas Cubbuu hamtuu sanaaf bitamaa akkan taane (x2) Anis balleessaa koo badii koos nan beekaa Badii koo yeroon beeku Gonka kan fayyisu …
RUFAA'EEL Rufaa'eel si waamna hiikaa gadameessaa Rakkoon yoo hammaates hunduu sitti dheensa Gargaarsa keen koottuu dhiphinaa nu furi Kufnee akkan hafneef ati nu gargaari Rufaa'eel Ergamaa guddicha nagaadhaaf muudame Rufaa'eel Bultoon teessoo keetii warqiin Kan faayame Rufaa'eel Gar…
✝Maariyaam waa'ee keen dubbadha✝ Lapheen koo waan gaarii baasee Afaan koo olmaa kee odeesse Haadha koo Maariyaam waa’ee keen dubbadhaa Giiftii koo hin callisuu oolmaa keen faarfadha Biqiltuu biqilte osoo hin dhaabamin Kan firii godhatte hin dhugnee bishaani Sanyii dhiiraa malee Kiristoos kan deess…
1 advertiser placed 1 creative in this channel · est. CPM $3–10.