ILFINASH QANNOO akkuma dhaammatte AMBOTTI awwaalamuun taateewwan… — 𝐅𝐢𝐧𝐟𝐢𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐞𝐬𝐬 — TG.ME

ILFINASH QANNOO akkuma dhaammatte AMBOTTI awwaalamuun taateewwan Tokkummaa Qabsoo Oromoof raawwataman gurguddoo sadan keessaa tokko ta’eera.

1) DHEERAA: Jeneraal Taaddasaa Birruu fa'aan Islaamaa - Kiristaana foon koma tokkoo nyaachisuu
2) SHINNIGGA: Magarsaa Barii fa'aan amantiin gargar bahuu didanii waliin wareegamuu
3) AMBO: Ilfinash Qannoo qa’ee dhaloota ishii mannaa handhura Qabsoo tan taate Ambotti awwaalamuu filachuu.

* Keessattuu shira waggoottan saddeettan dabre ummata keenya Wallaggaafi Shawaa walitti diinomsuuf godhame yoo yaadannu, dhaammannoon Ilfee hiika dacha dachaa qabaata)

~©Jawaar Mohammed
❤1
September 8, 2026 327
ILFINASH QANNOO akkuma dhaammatte AMBOTTI awwaalamuun taateewwan… — 𝐅𝐢𝐧𝐟𝐢𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐞𝐬𝐬 — TG.ME