KANA BEEKTUU? Biyya Naayijeeriyaa ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ keessatti sabni "lou"โ€ฆ โ€” Entrance Result โ€” TG.ME

โœ…KANA BEEKTUU?

Biyya Naayijeeriyaa ๐Ÿ‡ณ๐Ÿ‡ฌ keessatti sabni "lou" jedhamuun beekamu nii jira Sabnii kun akkuma suuraa irratti argitan kana, dubartoonni biyya sanaa yeroo abbaan manaa ishee bilbiluuf kabaja isaaf qabdu ibsachuuf jecha daddaftee jilbiinfattee bilbila itti haasofti jedhama. Kanaaf yeroo dubartiin tokko jilbiinfatte bilbila kan haasoftu abbaa warraa ishee waajjini jechuudha.

Wanti akkasii kun osoo biyya keenyas dhufee gaarii natti fakkaata๐Ÿ˜

       
React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina๐Ÿ‘โค๏ธ

๐’๐‡๐€๐‘๐„ | @Kana_Beektuu1
๐’๐‡๐€๐‘๐„ | @Kana_Beektuu1
โค77๐Ÿ˜32๐Ÿ‘15๐Ÿ˜˜7๐Ÿ™5๐Ÿ’ฏ4๐Ÿคฃ4๐Ÿฅฑ3๐Ÿ†2
January 12, 2026 16K 8 2