KANA BEEKTUU ❓ Bara giddu galeessaa keessa, loltuun waraanaaf osoo… — Entrance Result — TG.ME

KANA BEEKTUU

Bara giddu galeessaa keessa, loltuun waraanaaf osoo hin seenin dura haadha warraa isaanii irratti bifa paanti kan fakkaatu sibiilaa irraa kan hojjetamee itti kaahanii deemuu...

Kaayyoon gocha kanaa bakka abbaan warraa isaanii hin jirretti amanamummaa dubartootaa mirkaneessuuf jecha ture... Kun ji'oota ykn waggootaaf turuu danda'a, sababni isaa karaan boolii bahanuuf fincaan fincaa'an banaa waan taheef.

React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️

 
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 | @Kana_Beektuu1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 | @Kana_Beektuu1
🤣51❤20😘12👍6😍6🙊2
January 11, 2026 13.4K 1 2