Waaqayyo Gooftaan inni karaa dheeraa nu fide, umurii nuuf dabalee… — Dirree Barnootaa — TG.ME

Waaqayyo Gooftaan inni karaa dheeraa nu fide, umurii nuuf dabalee, sammuuf qaama keenya nagaatti eegee guyyaa har'aa kanaan nu gahe galata hangafaa haa fudhatu. Itti aansuun; maatiin keenya, hawaasni keenya, hiriyoonni keenyaa fi barsiisonni nutti dadhabdan hunduu,... walumaa galatti namoonni milkaa'ina keenya keessaa qooda qabdan martuu, eebbifamaa, ulfaadhaa🙏
Ayyaana isaatiin, ulfina isaatiif (by his Grace, For his Glory)🙏
❤158👍14
June 27, 2026 5.8K 1