Ogummaan graphics amma gabaa addunyaa irratti baayye barbaadamaa kana… — Dirree Barnootaa — TG.ME

Ogummaan graphics amma gabaa addunyaa irratti baayye barbaadamaa kana dhufe dha . yeroo amma kana barattoonni barnoota isaanitin cinatti, dorm ta'anii design garagaraa hojjechuun maalaqa argachaa jiru. Isinis carraa kanatti fayyadamaa har'a baradha boor maalaqa argadhaa.


Namoonni ogummaa Grapics design Afaan oromootin barachuu barbaadn group kanatti dabalamuudhan galmooftanii  barachuu dandeessu.

https://t.me/Orographicstech
Telegram
Oro Graphics
Leenji graphics design
❤16👍8😁1
June 24, 2026 7.2K 6