Waldaa Barsiisota A/C/Botor (Chora Botor Teachers Association): post #890 — TG.ME

Forwarded fromSHShemsedin Abrahim
Kun ramaddii barsiisota university carraa gannaa argatanii qorumsa seensaa darbaniiti. Guyyaan galmee Kamisaa fi jimaata qofa waan ta'eef hunduu xalayaa qunnamsiistuu Aanaa yookiin bulchiinsa magaalaa isaanii irraa Afaan Amaaraatiin barraa'eef fudhatanii yuniversiitii isaan gahe akka deeman taasisaa.

Hub: barsiisota dippartimeent jijjiiranii qoraman iddoo itti dura galmaa'anii nuuf ergitaniin ramadaman.
👍3