Waldaa Barsiisota A/C/Botor (Chora Botor Teachers Association): post #898 — TG.ME

Forwarded fromAWAwel Jemal
Kabajamaa obbo Tijjaanii Naasir Bulchaa Bulchiinsa Godina Jimmaa akkam jirtu Komii jijjiirraa barsiisota aanolee 21 irraa ka'aa jiru maqaa godina keenyaa ajandaa gochaa jiru aanoleen hojii kana akka hojjatan ergaa hogganaa waajjira barnoota godina Jimmaa obbo Miftaas dhagahaa hin jiranu.Isin kallaattii akka nuuf kennitan kabajaan gaafanna .Waldaa Barsiisota godina Jimmaa.
👍4