Waldaa Barsiisota A/C/Botor (Chora Botor Teachers Association): post #881 — TG.ME

Forwarded fromMIMiftaahuu Abdulqaadir
Adooleessa 09/2018
Hoggansa Waajjira Barnoota Aanaalee hundaaf.
Barsiisonni carraa Barnoota gannaa Digiriin barachuuf dorgomanii turan qormaatni seensa isaanii on line gaafa Sambata xiqqaa (ቅዳሜ ) Adoolessa 11/2018 giddu gala qormaatni CBT Aanaalee irratti kennamaa jiranutti fi Yunivarsitii Jimmaatti waan kennamuuf haala sagantaa armaan olii kanaan ta'uu odeeffannoo ammumaan Barsiisota keessan biraan gaha.
Hubachiisa:- Aanaaleen 8n CBT qorsiisaa turtan guyyaa qormaataa kana Aanaalee ollaarraa dabalatee Barsiisota isin biratti ramadaman keessan woliin kan qoramanu ta'uu beekuun simachuu qabdu.
👍1