Adaraa abbaa daakaa naaf saaqi karra Waaqaa jettee gudunfitee hiiktee… — DIRREE BEEKUMSAA🧠 — TG.ME

Adaraa abbaa daakaa naaf saaqi karra Waaqaa jettee gudunfitee hiiktee furursitee seentee karaa karra koo baatee karaa warra koo jabbilee yaastee bobbaastee jiboota bishaan obaastee Guyyuma ulaadhaan dhuftee suuqqattee uraa naaf cuftee ateetee muddaa naaf furte! Ajab kankee! Dhufee hin kufu dafee hin lufu Jaalalli kee jila qaba akka Gadaa sirna qaba! By Taliilee https://t.me/Dirree_beekumsa

TelegramDIRREE BEEKUMSAA🧠JECHOOTA KAKA'UMSAA FI ONNACHIISOO ARGACHUUF.
January 10, 2026 324 1