Guyyaa 17/12/2018 BEEKSISA Barattoota sagantaa idileen barachaa… — Chercher — TG.ME

Guyyaa 17/12/2018
BEEKSISA
Barattoota sagantaa idileen barachaa turtan fi haaraa kutaa 9ffaa hundaaf.
Galmeen guyyaa 18/12/2018 irraa hanga 25/12/2018 qofatti kan gaggeeffamu ta'uu hubahuun akka galmooftan.
Ragaa barbaachisu
1.barattoota bara 2018 barachaa turtaniif kaardii daree gara daree ittiin dabartan qabattanii argamtu ta'a.
2.Barattoota kutaa 9ffaa (haaraaf)
   A.kaardii ministirii kutaa 8ffaa (orojinaalii fi copy)
   B. Waraqaa Eenyummaa (fayida ) maatii fi b/taa (copy)
   C.Suuraa maatii fi barataa (tokko tokko)
   D. Maatii fi barataan qaaman argamuu qabu.
   E. Doosee (Kilaaseera) qabattanii ganama 2:00 tti argamuun akka galmooftan
      
$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$

ቀን፡ 17/12/2018
ማስታወቂያ
ለመደበኛው ፕሮግራም ተማሪዎች እና አዲስ ለሚገቡ የ9ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ፤
ምዝገባው የሚከናወነው ከ18/12/2018 እስከ 25/12/2018 ባለው ጊዜ ውስጥ ብቻ ነው።
የሚያስፈልጉ ማስረጃዎች፡-
1. በ2018 የትምህርት ዘመን ሲማሩ ለነበሩ ተማሪዎች፡ የክፍል ዝውውር ካርድ (Class-to-class card)።
2. ለአዲስ የ9ኛ ክፍል ተማሪዎች፡-
   ሀ. የ8ኛ ክፍል ሚንስትሪ ውጤት ካርድ (ኦሪጅናል እና ኮፒ)
   ለ. የቤተሰብ እና የተማሪ መታወቂያ (ፋይዳ መታወቂያ) (ኮፒ)
   ሐ. የቤተሰብ እና የተማሪ ፎቶግራፍ(አንድ አንድ )
   መ. ቤተሰብ እና ተማሪ በአካል መገኘት አለባቸው።
   ሠ. ዶሴ (ፋይል) በመያዝ ጠዋት 2:00 ጀምረው እንድትመዘገቡ።
❤51👍13🙏7
August 23, 2026 5.6K 36