Breaking_News Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban… — Chercher — TG.ME

#Breaking_News Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!! Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5%-49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan.

August 28, 2026 3K 14