Beeksiisa Barattoota mana barumsaa Carcar galmaa'uuf karoorfatan… — Chercher — TG.ME

Beeksiisa
Barattoota mana barumsaa Carcar galmaa'uuf karoorfatan hudaaf(kutaa 9-12) hundaaf
yeroon galmee waan gaheef National ID akka qopheefatan jachaa galmeen sagantaa baheen qofa kan raawwatamuu waan ta'eef qophoftanii akka egatan cimsinee isin hubachifna.
❤46👍16🙏2
August 17, 2026 6.2K 23