#Oduu_Gammachiisaa
#Barattoota_kutaa_12ffaa_xumuranii_leenjii_sartifikeetii_Barsiisummaa_Bu'uura_Boruu _leenji'uuf_fedhii_qabanii_fi_ulaagaa_barbaachisaa_guutanuuf:
Biiroo Barnootaa Oromiyaa Kaadhimamtoota barsiisota Barnoota Bu'uura Boruu sadarkaa sartifikeetaan ganna ji'a Hagayyaa irraa eegalee leenjisuuf qophii KBB(kampaasii Yunv.OSU fi MBBA) waliin taasisee jira. Kanaafuu barattootni kutaa 12ffaa xumurtanii ulaagaa tas'e guuttanuu fi fedhii qabdan Adolessa 30/2018 - 4/12/2018 Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa isinitti dhiyoo jirutti akka galmooftan isin beeksifna.
Barattootni Godina Harargee Bahaa, Harargee Lixaa fi Magaalaa Maayaa irraa barnoota kana barachuuf fedhii qabdanu Kollejjii Barnoota Barsiisotaa Cirootti akka galmooftanu isin beeksifna.!
Guyyaan Qorumsaa 4/12/2018 yoo tahu, gaafa 10/12/2018 eegalee leenjiin ni kennama.
22
6
1August 6, 2026 7.5K 18