HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.: post #21063 — TG.ME

✍🏿Kana-beektuu-laata?

🇨🇳 Chaayinaa keessatti qotee bulaan tokko osoo hojjetuu bofaan ciniiname. Summiin sun dafee qaama isaa guutuutti akka hin babal’anneef yaadee sodaachuun quba agarsiistuu isaa kute. Boodarra Yeroo hospitaala gahu doktorichi bofti sun summii akka hin qabne mirkaneesseef.🙄
Kan olitti argitan kun suuraa raajii namichaati. Kunis saffisni konkolaachistootaaf qofa osoo hin taane, namootaaf balaa akka qabu nu barsiisa.

#kana_beektuu_laata


@baacoowwan
❤3🤔1